Afaan Oromoo Baradhaa 1.3

Giấy phép: Miễn phí ‎Kích cỡ tệp: 2.62 MB
‎Xếp hạng người dùng: 2.5/5 - ‎1 ‎Phiếu

Đó là ứng dụng di động được sử dụng để dạy làm thế nào bất kỳ cơ thể thông qua trên thế giới có thể đọc, viết và nói Afan Oromo theo cách ngữ pháp. Vì vậy, ứng dụng này đóng vai trò lớn của nó cho sự phát triển của ngôn ngữ Afan Oromo.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedham

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa: AFAAN MALLATTOO DHA!

lịch sử phiên bản

  • Phiên bản 1.3 đăng trên 2016-06-17
    Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffamera

Chi tiết chương trình